Soruma Ashale an 11 year old 5th grader at Abdisa Aga school in Najjo ( West Walaga). He was wounded by Agazi force that raided the school today March 23, 2016
Kun Soorumaa Ashaalee mucaa waggaa 11 mana barnoota Abdiisaa Aagaa kan Najjotti argamu keessatti barataa kutaa 5ffaati. Guyyaa har’aa Agaaziin dallaa mana barnootaa seenuun daree cabsitee isas akkanatti miidhan.
The post Soruma Ashale wounded by Agazi force that raided the school appeared first on Satenaw.